Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan

fanabc.com
منذ 3 ساعات
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.Buufata xiyaaraa Idil Addunyaa Boolee wayita ga'anis Ministirri Dubartootaa fi Dhimmoota